Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

org.waktola.merdassa.macaafaqulqulluu

Total installs
1,000+
Rating
4.8(15 reviews)
Released
January 17, 2020
Last updated
June 4, 2020
Category
Book
Developer
Robsan Mako
Developer details
Name
Robsan Mako
Website
unknown
Country
Norway
Address
TEVLINGVEIEN 13 1081 OSLO NORWAY
iOS SDKs
  • No items.

Screenshots

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo Screenshot 1 - AppWisp.com
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo Screenshot 2 - AppWisp.com
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo Screenshot 3 - AppWisp.com
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo Screenshot 4 - AppWisp.com

Description

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo

Robsan Mako

Developed by Waktola Merdassa

[email protected]

Amajji, 2020