Macaafa Qulqulluu

org.waktola.merdassa.macaafaqulqulluu

View detailed information for Macaafa Qulqulluu — ratings, download counts, screenshots, pricing and developer details. See integrated SDKs and related technical data.

Total installs
75(75)
Rating
0.0
Released
January 14, 2020
Last updated
February 9, 2020
Category
Books & Reference
Developer
Robsan Mako
Developer details
Name
Robsan Mako
E-mail
camsur2000@yahoo.com
Website
unknown
Country
Norway
Address
TEVLINGVEIEN 13 1081 OSLO NORWAY
Android SDKs
  • No items.
Macaafa Qulqulluu Header - AppWisp.com

Screenshots

Macaafa Qulqulluu Screenshot 1 - AppWisp.com
Macaafa Qulqulluu Screenshot 2 - AppWisp.com
Macaafa Qulqulluu Screenshot 3 - AppWisp.com
Macaafa Qulqulluu Screenshot 4 - AppWisp.com

Description

Macaafa Qulqulluu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
 
 
Developed by Waktola Merdassa
waktolam@gmail.com
Amajji, 2020