appwisp
  • App explorer
  • SDKs insights
  • API
  • Contact
  • About
  • API
  • Github
© 2025 appwisp.com

Seenaa Iisaa (Iyyasus)

com.seenaa_iisaa_iyyasus

Total installs
53.3K(53,317)
Rating
0.0
Released
September 10, 2022
Last updated
January 18, 2025
Category
Education
Developer
K Technologies
Developer details

Name
K Technologies
E-mail
[email protected]
Website
unknown
Country
unknown
Address
unknown
Android SDKs

  • Android SDK
  • Flurry Analytics
  • Google Firebase
  • Sentry
Seenaa Iisaa (Iyyasus) Header - AppWisp.com

Screenshots

Seenaa Iisaa (Iyyasus) Screenshot 1 - AppWisp.com
Seenaa Iisaa (Iyyasus) Screenshot 2 - AppWisp.com
Seenaa Iisaa (Iyyasus) Screenshot 3 - AppWisp.com
Seenaa Iisaa (Iyyasus) Screenshot 4 - AppWisp.com

Description

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

App kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) siree daa’imummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu’uu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka bu’uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota “Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati” jedhanii.