Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20

com.raayyaa1_20.myapp

Total installs
260.2K(260,251)
Rating
4.5(8 reviews)
Released
October 24, 2020
Last updated
October 25, 2023
Category
Music & Audio
Developer
K Technologies
Developer details
Name
K Technologies
Website
unknown
Country
unknown
Address
unknown
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 Header - AppWisp.com

Screenshots

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 Screenshot 1 - AppWisp.com
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 Screenshot 2 - AppWisp.com
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 Screenshot 3 - AppWisp.com
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 Screenshot 4 - AppWisp.com

Description

Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Offline) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.

Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.

♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Rabbi Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ innal Hamdalillaahi
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim

Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.

1. Nashiidaa ture (old) jalatti ramadne kuni Vol. 1 hanga 20 of keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (New) jalatti ramadne kuni immoo Vol. 21 hanga 33 of keessatti kan qabateedha.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa Vol. 1 hanga 6 of keessatti kan qabateedha.

AppWisp - mobile app insights

AppWisp is a platform for mobile app insights. We provide a comprehensive overview of the mobile app ecosystem, including app store data, SDK usage, and more.

Free app store data

We provide free data on app store rankings, downloads and technology. Our data is updated daily and is available for both iOS and Android apps.

SDK insights

We provide insights into the SDKs used by mobile apps. Our data includes information on SDK usage, market share, and more.

API access

We offer an API that allows you to access our data programmatically. Our API is easy to use and provides access to all of our data.