Maqaalee Rabbii 99

com.maqaalee_rabbii_99

View detailed information for Maqaalee Rabbii 99 — ratings, download counts, screenshots, pricing and developer details. See integrated SDKs and related technical data.

Total installs
56.7K(56,756)
Rating
5.0(1 reviews)
Released
August 22, 2022
Last updated
January 1, 1970
Category
Education
Developer
K Technologies
Developer details
Name
K Technologies
E-mail
info@keenyaa.com
Website
unknown
Country
unknown
Address
unknown
Maqaalee Rabbii 99 Header - AppWisp.com

Screenshots

Maqaalee Rabbii 99 Screenshot 1 - AppWisp.com
Maqaalee Rabbii 99 Screenshot 2 - AppWisp.com
Maqaalee Rabbii 99 Screenshot 3 - AppWisp.com
Maqaalee Rabbii 99 Screenshot 4 - AppWisp.com

Description

Maqaaleen Rabbii keenya hundi babbareedoo fi amaloonni (sifaanni) Isaa hundii sifaata gugguutuu ta’aniidha. Namni kanniin hunda hubachu kan danda’u, maqaalee fi sifaata barachuuf yoo tattaafateedha.

Imaamu ibn Al-Qayyim (rahimahullahu) ni jedha: “Karaa maqaalee fi sifaatatin gara Rabbii deemun dhimma ajaa’iba ta’eedha. Namni maqaalee fi sifaata Rabbii beeke, warroota garmalee ifaajan baay’ee dursa. Rakkoo guddaa osoo hin arginii fi biyya isaa keessaa osoo hin bahini fi hin raata’in [gammachuu barbaadu] argata.