Ogartiwwaan Kutaa 7ffaa

com.beckytech.ogartiiwwankutaa7ffaa

View detailed information for Ogartiwwaan Kutaa 7ffaa — ratings, download counts, screenshots, pricing and developer details. See integrated SDKs and related technical data.

Total installs
19.1K(19,108)
Rating
0.0
Released
October 26, 2022
Last updated
February 28, 2025
Category
Books & Reference
Developer
BeckyTech
Developer details
Name
BeckyTech
E-mail
roobaanuuf@gmail.com
Website
unknown
Country
unknown
Address
unknown
Android SDKs
Ogartiwwaan Kutaa 7ffaa Header - AppWisp.com

Screenshots

Ogartiwwaan Kutaa 7ffaa Screenshot 1 - AppWisp.com
Ogartiwwaan Kutaa 7ffaa Screenshot 2 - AppWisp.com
Ogartiwwaan Kutaa 7ffaa Screenshot 3 - AppWisp.com
Ogartiwwaan Kutaa 7ffaa Screenshot 4 - AppWisp.com

Description

App'n kun og-artii kutaa 7ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Hubannoo artistawa
Dandeettii KalaqaOg-Aartiiwwanii .
Aadaafi Seenaa
Hawwannaa Og-Aartiiwwaanii
Hojiirra Oolmaa Og-aartiiwwanii
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!