Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa

com.beckytech.og_artiiwwankutaa8ffaa

View detailed information for Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa — ratings, download counts, screenshots, pricing and developer details. See integrated SDKs and related technical data.

Total installs
18.4K(18,450)
Rating
0.0
Released
October 22, 2022
Last updated
February 28, 2025
Category
Books & Reference
Developer
BeckyTech
Developer details
Name
BeckyTech
E-mail
roobaanuuf@gmail.com
Website
unknown
Country
unknown
Address
unknown
Android SDKs
  • No items.
Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa Header - AppWisp.com

Screenshots

Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa Screenshot 1 - AppWisp.com
Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa Screenshot 2 - AppWisp.com
Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa Screenshot 3 - AppWisp.com
Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa Screenshot 4 - AppWisp.com

Description

App kana keessatti kitaabni og-artii kutaa 8ffaa waan qindaa'ee isiniif dhiyaattef namni bakkafi yeroon osoo hin dangeeffamiin bifa salphaafi haalla namni boqonnaa tokko irraa boqonnaa biraatti ce'uun itti fayyadamuu danda'u of keessatti qaba. Kunis immoo app kana hunda caalaa filaatama ni taasisa. Isiniif app kana fayyadamuun, barnoota og-artii kitaaba bilbilaa keessan keessatti akka fayyadamtaan isin taasisa.
App'n kun og-artii kutaa 8ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Hubannoo Artistawaa
Dandeettii Kalaqaa
Haala Qabatamaa Seenaa Fi Aadaa
Hawwannaa Og-aartiiwwanii
Hidhata Og-aartiiwwanii
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!