appwisp
  • App explorer
  • SDKs insights
  • API
  • Contact
  • About
  • API
  • Github
© 2025 appwisp.com

Arkaana iimaanaa (Utubaalee)

com.arkaana_iimaanaa

Total installs
99.7K(99,759)
Rating
5.0(1 reviews)
Released
September 10, 2022
Last updated
January 1, 1970
Category
Education
Developer
K Technologies
Developer details

Name
K Technologies
E-mail
[email protected]
Website
unknown
Country
unknown
Address
unknown
Android SDKs

  • Android SDK
  • Flurry Analytics
  • Google Firebase
  • Sentry
Arkaana iimaanaa (Utubaalee) Header - AppWisp.com

Screenshots

Arkaana iimaanaa (Utubaalee) Screenshot 1 - AppWisp.com
Arkaana iimaanaa (Utubaalee) Screenshot 2 - AppWisp.com
Arkaana iimaanaa (Utubaalee) Screenshot 3 - AppWisp.com
Arkaana iimaanaa (Utubaalee) Screenshot 4 - AppWisp.com

Description

Iimaanaa dabalachuuf ni carraaqna. Garuu ma’anaa (hiika) isaa ni beeknaa? Dhugumatti, iimaanaa jechuun maal jechuudhaa? Iimaanni qalbii qofa irratti daangeeffamuu danda’aa? Namni hiika iimaanaa madda sirrii irraa yoo beeke fi hojii irra oolche, jireenya gammachuu fi mi’aawa jiraata. Sababni isaas, namni mi’aa iimaanaa argate, jireenya tasgabboofte jiraataa. Mi’aa iimaanaa dhandhamuuf hiika isaa beeku fi hojii irra oolchuf tattaafachuu qabnaa miti ree?

Maarree kanuma sababeeffachuun moosaajii bilbila harkaa Utubaalee ykn Arkaana iimaanaa jahan (6) bal'inaan ibsu isiniif dhiheessinee jirra. Rabbiin warra irraa baratee wal barsiisuu isin haa taasisuu.