Nashiidaalee Afaan Oromoo gorsaafi barumsa adda addaa dabarsu kan Ustaaz Anas Muhammad bifa ammayyaawaafi qulqullina irra bareedaan qophaaye.